! Carraa Online Marketing Deminaa Tech karaa Tirushop Marketplace isinif fidee fayyadamuun galii ji’a ji’aan Dolaara 500$ hanga 1000$ fi isaa ol akka Hojjechuu dandessan quba qabduu laata. Maarree carraan kuni yeroo gabaabaa fi namoota murta’aaf kan bahee waan ta’eef daftanii hirmaachuun fayyadamaa. Barruu kanaan akkaataa ittii hirmaattan jalqabaa hanga dhumaattii kan isinif qophaa’ee waan ta’eef sabridhaan dubbisaa. Dabalaataanis video isiniif feamee ilaalaa.

Dhaabannii Tirushop.com Maalii? Online Marketing Deminaa Tech
Akam jirtu maatiiwwan Tirushop.com! Dhaabbata Daminaa Tech Jalattii hundaa’ee kessaa isa tokko dhaa. Marsariitiin keenya iddoo isin oomishaalee filatamoo ta’an itti argattanii bitattan qofa akka hin taane beektuu? Tirushop.com carraawwan hojii namni kamiyyuu fayyadamee galii dabalataa ittiin argachuu danda’u isiniif qopheessee jira.
Yeroo har’aa intarneetiin madda galii guddaa ta’eera. Nuti immoo carraa kanarraa akka fayyadamtan isiniif mijeesseera. Karaalee gurguddoo sadiin Tirushop.com irraa maallaqa ittiin hojjechuu dandeessu isiniif ibsina.
1. Gurgurtaa Hirkattummaa (Affiliate Marketing)
Kun sagantaa beekamaafi salphaa ta’edha. Mee haala salphaan isiniif ibsina:
Akkamitti Hojjeta? Online Marketing Deminaa Tech
Isin oomishaalee Tirushop.com irratti argaman karaa liinkii (link) addaa isiniif kennamuun namootaaf ni beeksisu. Namni tokko liinkii keessan tuqee yoo oomisha sana bite, isin komiishinii (commission) irraa argattu. Kana jechuun, gurgurtaa tokkoon tokkoon liinkii keessaniin raawwatamurraa qarshii argattu jechuudha.
Hojiin Kun Eenyuuf Ta’a?
Namoota miidiyaa hawaasummaa (social media) irratti hordoftoota hedduu qaban, biloogeroota (bloggers), yookiin namoota marsariitii mataa isaanii qabaniif baayyee mijataadha. Garuu, namni fedhii qabu kamiyyuu itti makamuu ni danda’a.
Hojii kana hojjechuuf Maaltu Barbaachisa? Online Marketing Deminaa Tech
Oomisha bituun yookiin kuusuun isinirra hin jiru. Wanti isinirraa eegamu liinkii keessan qofa namoota biraan ga’uudha. Galmaahuu iddoo armaan gadii fayyadamii.
Login
Register
2. Beeksisa Daldalaa (Advertising Marketing)
Yoo marsariitii (website), biloogii (blog) yookiin fuula miidiyaa hawaasummaa hordoftoota baayyee qabu kan qabaattan ta’e, carraan kun isiniif addatti qophaa’e.
- Akkamitti Hojjeta? Isin beeksisoota Tirushop.com marsariitii yookiin fuula keessan irratti ni maxxansitu. Yeroo namoonni beeksisa sana argan yookiin irratti tuqan, isin kaffaltii argattu. Tirushop.com daawwattoota keessan fayyadamuun oomishaalee isaa beeksifata, isin immoo kana gochuu keessaniif galii argattu.
- Eenyuuf Ta’a? Abbootii marsariitii, qopheessitoota qabiyyee (content creators) fi namoota toora interneetii irratti garee (group) ykn fuula (page) gaggeessaniif madda galii gaariidha.
3. Gurguraa Ta’uun Oomisha Keessan Gurguruu (Become a Vendor/Seller)
Karaaleen lamaan armaan olii oomisha namaa beeksisuudha. Kun garuu kan keessan akka gurgurattan isin dandeessisa. Oomisha mataa keessanii qabduu? Dandeettii hojii harkaa, oomishaalee qonnaa, uffata, meeshaalee elektirooniksii yookiin kanneen biroo gurguruu barbaadduu?
- Akkamitti Hojjeta? Tirushop.com irratti akka “Gurguraa” (Vendor/Seller)tti of galmeessitu. Erga galmooftanii booda, suuraafi ibsa oomisha keessanii galchuun gabaaf dhiheessitu. Marsariitiin keenya maamiltoota kumaatamaan lakkaa’amaniif isin beeksisa. Ajajni yoo isiniif dhufe, oomisha keessan ni ergitu, kaffaltiin keessan isiniif galma.
- Eenyuuf Ta’a? Daldaltoota xixiqqaa, hojjattoota harkaa (artisans), qonnaan bultoota, dizaaynaroota (designers) fi namni oomisha seera qabeessa gurguruu barbaadu kamiyyuu fayyadamuu danda’a. Iddoo tokkotti maamiltoota hedduu argachuuf carraa guddaadha.
Beksisa Online Marketing Deminaa Tech
Ashamaa? Akkuma kanaan dura hojii tirushop irratti beeksisa baasneen, namoonnii hedduun hirmaachudhaaf gaafii haala itti fayyadama irratti osoo suur-sagaleen nuuf qopheessitanii jechuun nu gaafachaa turtan. Kunoo nutiis gaafii keessan xiyyeeffannoo keessa galchuudhaan akkaataa itti hirmaattan irratti suur-sagalee/video isiniif qopheessinee jirra waan ta’eef suur-sagalee/video YouTube Tirushop irraa ilaalaa isiniin jechaa, hundii kessanuu immoo Subscribe gochuu akka hin daganne isiniin jenna.
🔊💸Akkamitti galii argattan guddisuun ji’aan hanga usd 1000 nu waliin hojjechuu dandeessuu?
Gaafii jettuuf immoo namoota hojii kanaaf galmaawaan keessaa namonnii galiin isaanii guddate koomiishiina hanga %50 hojjechuu danda’aan namoota haal-dureewwan armaan gadii guttachuu danda’aan ta’u ibsiinaa.
Haal-dureewwan guutamuu qaban Maal Fadhaa
Haal-dureewwan guutamuu qaban kunniniis:
- 👉1ffaa: google irra deemuudhaan Daminaa Tech jechuun Search gochuudhaan weebsaayitii daminaa.org seenuun galmaawuu fii fuula miidiyaa hawaasaa keessanii kan akka Facebook, telegram fi kkf irrattii sher gochuu.
- 👉2ffaa: Website affiliate.tirushop.com irrattii sagantaa affiliate galmaawuu fi linkii addaa affiliate isiniif kennamu saniin website share gochuu.
- 👉3ffaa: Website tirushop Marketplace jechuun google irratti search gochuudhaan gara website tirushop.com seenudhaan product ykn meeshaalee gurgurtaaf qophaa’aan share gochuu qofa.
Itti Ansee Hoo
Erga kana raawwattanii booda garee/group telegraama Tirushop.com monetization keessa seenuudhaan raawwadheen jira jechuun gabaasuu waytii gabaastan immoo fuula/page Facebook ykn telegram ykn website keessanii maqaa ykn linkii isaa group irrattii maxxansuu fi chaanaalii YouTube Tirushop subscribe gochuu keessan screenshot dhaan erguu qofa.
Linkiilee/cancaltuulee armaan gadii follow gochuun immoo dirqama.
- 👉1 Akkaataa Tirushop irraatti account banattan as tuqaa ilaalaa.
- 👉2. TikTok Tirushop asi follow godhaa https://www.tiktok.com/@tirushohttps://www.tiktok.com/@tirushop.comp.com
- 👉3. Grupii Tirushop Facebook irraa asi follow godhaa
- 👉4. Telegram Tirushop asiin makamaa Linkin isaa Tirushop Telegram
- 👉4. You tube Tirushop subscribe godhaa
Akkaataa Tirushop irrattii ittii galmooftan videodhaan ilaalaa
BEEKSISA! —💵🛒💵—
Akkam jirtu? Namoonni hedduun akkaataa Tirushop irrattii hirmaachuun galii nu wajjiin itti hojjettan nu gaafataa turtaan nuitiis gaafii keessan kana xiyyeeffannoo keessa galchuun gama kanaan barreeffamaa fii video deebiisa quubsa ni ta’a jennee yaannu afaan oromootiin isinif qopheessinee jirra.
Barruu fi video kun immoo akkaataa tirushop.com irraa ittii fayyadamtan jalqabaa hanga dhumaattii kan irraa hubattanidha. Barruun tuniis haala addaatin kan qophooyte yommuu taatu hubannoo videodhaan akka argattaniif videonis irrattii maxxanfamee jira. Kanaaf barruu kana dubbistanii yommuu fixxan tirushop maaltu adda godhaa? Tirushop irrattii akkamin story/kuusaa banadhaa? Maalif banadhaa? Tirushop waliin galii hojjechuu nin danda’aa? Akkamittiin hojjechuu danda’a? Gaafilee jedhanii fii gaafilee birootiifiis deebii qubsaa ta’ee isiniif kan laatuudha. https://www.tirushop.com/gabaa-online-tirushop-marketplace/
Gabaasa Ijollee Hirmatanii
Gabaasni armaan gaditti argitan kunii Websaayitoota Tirushop jalattii banamanii hojjetaaa jiran keessaa guyyadhaan galiin isaan Yuurodhaan (€) argataa jiran irratti hundaa’un 1ffaa hanga 10ffaa kan jiran akka hubattaniif akka armaan gadii kanatti isiniif maxxansinee jirra seenaa ilaalaa. Hojiin haala kanaan yoo Ittii fufe Google Kafaltti keenya November 30 booda kan ergu yommuu ta’uu hirmaattoonni hanga November’tti yoo xiqqatee yuuroo 200 fii isaa ol kan argattan ta’uu waan danda’uuf sirriitti hojjechuu akka qabdan isin beeksifna. November 30 booda kafaltiin ji’a ji’aan kan isiniif kafalamuu ta’a. Websaayitoonni hundinuu guyyattii €20.58 hojjetaa kan jiran yommuu ta’u giddugalaan immoo (Average) €2.84dha.
- 💸1ffaa:- https://www.tirushop.com Guyyattii €9.40
- 💸2ffaa:– https://www.huzeyf.tirushop.com Guyyattii €1.92
- 💸3ffaa:- https://dirree.tirushop.com Guyyattii €1.72
- 💸4ffaa:- https://affiliate.tirushop.com Guyyattii €1.30
- 💸5ffaa:- https://abdi.tirushop.com Guyyattii €1.27
- 💸6ffaa:- https://neju.tirushop.com Guyyattii €1.22
- 💸7ffaa:- https://www.bokkuu.tirushop.com Guyyattii €1.18
- 💸8ffaa:- https://www.haslaw.tirushop.com Guyyattii €1.09
- 💸9ffaa:- https://www.walaabuu.tirushop.com Guyyattii €1.04
- 💸10ffaa:- https://nizu.tirushop.com Guyyaattii €1.02
Hubachiisaa namoonni hirmaachuuf feedhii qabdan lakkoofsa whatsapp 0948734158 irratti nu qunnamuu dandeessuu. Weebsayitootaas seentanii ilaaluu hin dagatiinaa.
ODUU GAMMACHIISA!========================
Barattoonni keenya jaalatamoo fi kabajamoon Damiina E-Learning irratti barnoota keessan marsaa 2ffaa gosoota barnoota garagaraan hordofaa turtanii fi barnoota bu’uura ganna kennamu hordofaa turtan baga gammaddan, baga barnoota keessan xumurtan isiniin jechaa guyyaan mijuu-qixxee eebba keessanii guyyaa 18/9/2025G.C yookiin 07/01/2018 E.C tti galgala keessaa sa’aatii 2:00LT ykn 8:00 EAT ta’uu hubattanii akka yeroon argamtan isiniin jenna.IRRA DEEBIIN BARATTOONNI BARNOOTA KEESSAN OBSA, EJJENNOO FI KUTANNOON ITTI CIICHITANII XUMURTAN BAGA GAMMADDAN ISINIIN JENNA!
