Waa’ee Gabaa online Tirushop ilaalchisee barruu gabaabaa hubannoo irraa argatan kana dubisaa.
Mee waa’ee Tirushop Marketplace Dhaabbata Gabaa online irraa isin haa hubachifnuu.
Gabaa online Tirushop Malinnii?
Tirushop Jechuun Websaayitii fi apilikeshini namni tokkoo meeshaa ykn tajaajila tokkoo manuma isaa ta’ee kan irraa bitatuufii irrattii gurguratuudhaa. Websaayitiin ykn Marsaritin Tirushop kunis Marsaritii tajaajila Gabaa online irrattii kennuu yommuu ta’u kunis namni kamiyyuu interneetii fayyadamuun silkii yokin bilbila isaa fayyadamuun yokinkompitara isaatin manuma isaa taa’ee meshaa fii tajaajila adda addaa akka bitachuuf gurgurachuu danda’uf ijollee biyyaatin pilatformii develop godhameedhaa. kana jechunis tajaajillii pilatformii yokin websaayitii kanaan kennamuu websaayitii akka adunyattii bekkaman kan akk amazon.com, alibaaba fi aliexpress foo dhaan kennamuun kan walfakkaatuufii walgituudhaa.
Maarree pilatformii Tirushop kana Amazon fi Alibaba irra maaltu adda godhaa?
Wantoonnii tirushop adda godhan hedduutu jira kannin kessaa murasnii
- 1ffaa:- appin kuni developeroota ykn ogessota IT biyya keenyaan kan kalaqamee ta’uu isaatiin.
- 2ffaa:- appin Tirushop qabatama biyya keyaa irrattii hundaa’ee kan kalaqamee waan ta’eef appii kenya kana fayyadamuun haala salphaadhaan bittaaf gurgurtaa taasisuun waan danda’amuf.
- 3ffaa:- haala adda ta’een namni kamiyyuu appii kana fayyadamee kafaltii tokkoo malee meeshaafii tajaajila isaa adunyaa biraan gahuu wan isa dandessisuufi.
Tirushop kuni ennudhaan kalaqamee.
Appin kunii dhabbata Damina tech jalattii kan kalaqamee yommuu ta’u kunis platformiwwaan dhaabbata damina tech jalattii argaman kessaa isa tokkodhaa.
Pilatformii Tirushop Jalattii Meshaaleen Gurguraman Maal Fa’aa?
Websayitii kana jalatti meshaaleen gurguraman miliyonaan kan lakkahaman yommuu ta’u isaan kessaa catagory ykn garee muraasa akka armaan gadittii tarressinaa.
…. ittii fufaa

linkii appii kanaa komentii jalattii ni argattuu.

